Jilli Haadha Siinqee magaalaa Dadariin durfamu tajaajila sirna Fayyaa Dijitaalaawaa (EMR) kan akka Baha Oromiyaatti Hospitaala Waliigalaa Dadar keessatti jalqabamee hojiirra jiruu fi haala waliigalaa kenna tajaajilaa Hospitaalaa keenyaa daawwataniiru.
Jilichi daawwannaa godhe kanaan tajaajilli fayyaa Dijitaalawaa akka Hospitaala keenyaatti jalqabamee fi sosochiin tajaajila fayyaa fooyyessuuf godhamaa jiru dhugumaan kan hawaasni irraa fayyadamaa jiru tahuu isaa ragaa bahee jira.
Hospitaalli waliigalaa Dadar tajaajila fayyaa si'ataa fi qulqullina qabu diriirsee itti quufiinsa maamilaa guddisuuf hojjachaa jira.
<script id="mcjs">!function(c,h,i,m,p){m=c.createElement(h),p=c.getElementsByTagName(h)[0],m.async=1,m.src=i,p.parentNode.insertBefore(m,p)}(document,"script","https://chimpstatic.com/mcjs-connected/js/users/24c096bb9b772af707e2f8d73/6f8497aade118bdedc61a13b1.js");dederfrontpost.com</Jilli Haadha Siinqee magaalaa Dadariin durfamu tajaajila sirna Fayyaa Dijitaalaawaa (EMR) kan akka Baha Oromiyaatti Hospitaala Waliigalaa Dadar keessatti jalqabamee hojiirra jiruu fi haala waliigalaa kenna tajaajilaa Hospitaalaa keenyaa daawwataniiru.
Jilichi daawwannaa godhe kanaan tajaajilli fayyaa Dijitaalawaa akka Hospitaala keenyaatti jalqabamee fi sosochiin tajaajila fayyaa fooyyessuuf godhamaa jiru dhugumaan kan hawaasni irraa fayyadamaa jiru tahuu isaa ragaa bahee jira.
Hospitaalli waliigalaa Dadar tajaajila fayyaa si'ataa fi qulqullina qabu diriirsee itti quufiinsa maamilaa guddisuuf hojjachaa jira.>https://mailchi.mp/f1135c378d56/dederfrontpost
We use cookies to improve your experience and to help us understand how you use our site. Please refer to our cookie notice and privacy statement for more information regarding cookies and other third-party tracking that may be enabled.